Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Gargaarsa Barbaachisuun Lammiiwwan Dhaqqabaa JIraachuu Dubbate


Naannoolee Tigiraay fi Benishaangul Gumuz Keessatti Mootummaan Bakkawwan Lammiwwan Itti Miidhamanii fi Gargaarsi Barbaachisu Ka Dhaqqabaa JIru Tahuu Dubbate

Bulchiisota naannoo Tigiraay fi Benishaangul Gumuz keessatti haleellaa raaw’atameen lammiilee miidhamaniif bakkawwan gargaarsi barbaachisu ka dhaqqabaa jiru tahuu Ministarri Nagaa Mootummaa Federaalaa Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Tigiraay fi Benishaangul Gumuz Keessatti Bakkawwan Lammiwwan Itti Miidhamanii fi Gargaarsi Barbaachisu Dhaqqabaa JIraachuu Mootumman Dubbate
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:21 0:00

Naannoo Tigiraayitti lammiwwan miliyoona lamaa fi kuma dhibba shanii oliif gargaarsi akka barbaachisullee ministirichi ibsee jira.

Koree Ministarootaa rakkoo hatattamaa mudateef deebii kennuuf hundeessame kan hoogganan, aadde Muferiyaat Kamiil, gargaarsa namoomaa fi deebisanii ijaarsaa korichi hordofaa jiru ilaalchisee har’aa gaazzexeessotaaf kan ibsa kennan yoo tahu, bakkawwan barnootni irraa citee jiru keessattis barnootni akka jalqabamu hojjetamaa jira, jechuun ibsa kana keessatti dubbatanii jiran.

XS
SM
MD
LG