Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jawaar Mohammad’faa fi Hoogganoonni ABO Lagannaa Nyaataarra Jiru, Jedhama 


Faayilii - Jawaar Mohammad fi Baqqalaa Garbaa
Faayilii - Jawaar Mohammad fi Baqqalaa Garbaa

Obbo Jawaar Muhaammad’faa fi hoogganoonni Adda Bulisumma Oromoo hidhaa keessa jiran haala qabinsa Koloneel Gammachuu Ayyanaa fi rakkoo siyaasa muldhataa jira jedhan, mormuudhaan lagannaa nyaata irra akka jiran himame.

Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa haali qabiinsa Koloneel Gammachuu Ayyaanaa rakkoo keessa jiraachuu hubachuu isaa beeksiisee jira. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Jawaar Mohammad’faa fi Hoogganoonni ABO Lagannaa Nyaataarra Jiru, Jedhama
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:52 0:00


XS
SM
MD
LG