Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obboleyti Tiyyaaf - Dhabbata Hojii Tola Ooltumaa Irratti Boba'ee Jiru


Obboleyti Tiyyaaf - Dhabbata Hojii Tola Ooltumaa Irratti Boba'ee Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:02 0:00
Dhalattoonni magaala Dirree Dawaa walitti dhufuudhan dhabbata shamarran harka qaleeyyiif meeshaa qulqullinaa dhiheessu "#Obboleyti Tiyyaaf" jedhamu hundeessan shamarran 500 ta'aniif moodesii gumaachan.

Dubartoota magaalaa fi baadiyyaaf qarqaarsi kenname kun rakkoo dubartoonni ifatti ibsachuuf ulfaataa ta'e kana furuu irratti gahee guddaa akka qabu barattoonni sagantaa qophaahe irratti hirmaatan dubbataniiru.

Itti Gaafatamtuun Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaala Dirree Dawaa, Aadde Mulukaa Mahammad, dargaggoonni bifa kanaan wal ijaaraanii dubartoota akka jajjabeessan dhaamsa dabarsaniiru. Gabaasni Addis Chakkol Dirree Dawaa irraa erge kinooti.
XS
SM
MD
LG