Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hospitaalli Ammayyaa Haadholii fi Daa'imman Wal'aanu Finfinneetti Baname


Magaala FInfinnee (suuraa faayilii)
Magaala FInfinnee (suuraa faayilii)

Itiyoopiyaan du’a haadholii fi daa’immanii walakkaan gad xiqqeessuuf hojjetaa jiraachuu beeksiste. Sababaa da’umsaatiin du’a haadholii fi daa’immaanii gad xiqqeessuuf hospitaalli haadholii fi tajaajila mijataa fi guutuu ta’e kennu Finfinnee keessatti banamee jira.

Hospitaalli Ammayyaa Haadholii fi Daa'imman Wal'aanu Finfinneetti Baname
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:08 0:00

Waajjirri eegumsa fayyaa Finfinnee akka ibsetti hospitaalli kun wal faana sa’aatii tokko irra dubartoota miixatanii da’aniif kan oolu kutaalee 16 akkasumas sa’aatii dhuma tokko irra wal’aansa baqasanii hodhu kan keessatti kennamu kutaalee 7 qaba.

XS
SM
MD
LG