Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensii Paartii Keenyaa Haala Siyaasa Waliin Hidhata Qabuun Ajjeefame: Izemaa


Magaalaa Bishooftu keessatti ajjeechaan miseensa koo irratti rawwatamee siyaasa bu'ura kan godhate jechuun Izemaan beeksisee jira.

Miseensa paartii Izemaa fi kaadhiimamaa filannoo kan turan Obbo Girmaa Mogas hidhattoota eenyummaan isaanii hin beekamneen torban dabree ajjeefaman.

Paartiin Izemaa har'a tuuta oduuf ibsa kenneen Obbo Girmaa Mogas ilaalacha siyaasaa qabaniif jecha ajjeefamuu isaa ragaan agarsiisuu jira jedha.

Kana malees paartichii filannoof qophii gochaa jiruu fi haala qabatamaa amma biyyatti keessa jiru irratti ibsa kennuun isaa gabaafamee jira.

Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG