Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muudamnii Lindaa Griinfiild Raggaasifamee jita


Tokkummaa Mootummotaatti Ambaasaaddara Yunaaytid Isteetes gochuun kan prezidaant Baaydin maqaa dhahaan Lindaa Tomaas Griinfiild seeneetnii Amerikaa Kibxata kaleessaa raggaasisee jira.

Muudama kan raggaasisuuf duubatti harkisaa kan turan Ripaablikaanoota ta'an iyyu sagalee deggersaa 78 fi mormii 20n raggaasiifaman.

Ripaablikaanoota keessaa sagalee 20 caaluu argatanii jiru.Yunaaytid Isteetes Bitooteessa 3 bara 2021 fullee keenyaa prezidaantummaa kaawunsilii nageenyaa kan Tokkummaa Mootummootaa ituu hin qaqbatiin torban tokko dursee muudamnii Griinfiild raggaasifamee.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG