Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weerarri KOVID 19 fi Haalli Nageenyaa Tuurizimiitti Daanqaa Tahe Jedha Koomishiniin Tuurizimii Oromiyaa  


Koomishiniin Tuuriizimii Oromiyaa bakkawwan tuuristii hawwatan beeksisuufi tuurizimiin akka maallaqa guddaa biyyaa fi naannoo Oromiyaaf argamsiisu hojjatan jira jedhe.

Koomishinarri Itti-aanaa Koomishinii Tuuriizimii Oromiyaa Obbo Abiyyuu Tasammaa, dameen tuuriizimii waggoota shanan dhufan keessatti namoota miliyoona tokko caalaniif carraa hojii akka uumu ni hojjanna jedhaniiru.

Gama biraan, weerarri Koovid 19 fi haalli nageenyaa, damee tuurizimiitti danqaa tahuu dubbataniiru. Naakoor Malkaatu Amborraa bilbilaan Obbo Abiyyuu haasofsiise.

Weerarri KOVID 19 fi Haalli Nageenyaa Tuurizimiitti Daanqaa Tahe Jedha Koomishiniin Tuurizimii Oromiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:05 0:00


XS
SM
MD
LG