Xurree ittiin seenan

Breaking News

Komee Paartilee ABO fi KFOn Dhiyeessanif Bordiin Filannoo Deebii Gama Isaa Kennee Jira


Addi Bilisummaa Oromoo fi Kongrasiin Fedeeraala Oromoo filannootti hirmaachuuf danqaan adda addaa nu mudateera jechuun dubbachuu isaanii Jimaata darbee dhiyeessinee turre.

Bordiin filannoo immoo gama isaan dhimmoonni kun kallattiidhaan kan mootummaa ilaallatan tahuu ibsuun deebii gama isaa kennee jira.

Gaaffii fi Deebii Gaggeefame Caqasaa.

Komee Paartilee ABO fi KFOn Dhiyeessanif Bordiin Filannoo Deebii Gama Isaa Kennee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:25 0:00


XS
SM
MD
LG