Xurree ittiin seenan

Breaking News

ABOn Kora Sabaa Waamuuf Qophii Eegaluu Isaa Dubbata


Addi Bilisummaa Oromoo Kora Sabaa waamuf qophii eegaluu isaa Koreen Kora Qopheessituu dhaabichaa beeksise jira.Gareen hooggana dhaabichaa Obbo Araarsoo Biqilaan hoogganamu immoo haala qophii korichaa irratti ka yaaddoo qabu tahuu dubbata.

Gama biraatiin ABOn adeemsa hirmaanaa Filannoo marsaa 6ffaa keessatti danqaan na mudataa jira, jechuudhaan, haala kanaan filannootti hirmaachuu fi dhiisuu kan hin murteessiin tahuu beeksisee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

ABOn Kora Sabaa Waamuuf Qophii Eegaluu Isaa Dubbata
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:39 0:00


XS
SM
MD
LG