Xurree ittiin seenan

Breaking News

Vaayrasii Bifa Jijjirrate Maqaa Biyya Jalqaba Keessatti Argameen Waamamuu Hin Qabu: Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa


Dr. Jamaal Hassan
Dr. Jamaal Hassan

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa gostii vaayrasii Koronaa kan bifa jijjirrate maqaa biyya jalqaba vaayrasiichii keessatti argameetiin akka hin waamamnee murteessuun moggaafa haaraa kennen jira.Maaliif?

Sababiin isaas biyya jalqaba keessatti argame sana irratti loogii addaa geesiisa kan jedhu akka ta'e ibsamee jira.

Vaayrasiin bifa jijjirrate kan "Deltaa" jedhamu ykn kan jalqaba biyya Hindii keessatti argamee suun Yunaatid Isteetes keessatti akka hin babal'anne sodaan jira jedhu qorataan waa'ee dhukkubootaa ykn Epideemoloojisti kan ta'an Dr. Jamaal Hassan Yunivarsitii Nebraaskaa irraa.

Namoonni duraanuu dhukkuboota adda addaa qaban talaalii dhukkuba KOOVIID - 19 ittisuu waraannachuun of-eeggannoo gochuun qabanjechuun gorsan Dr. Jamaal.

Gaaffii fi Deebii gaggeeffamee caqasaa.

Vaayrasii Bifa Jijjirrate Maqaa Biyya Jalqaba Keessatti Argameen Waamamuu Hin Qabu: Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:14:07 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:57 0:00
More
XS
SM
MD
LG