Qophii Labataa harraa keessatti konfireensii haala qilleensa naannoo Tokkummaan Mootummotatiin qophaahu, Konfirensi oof Paartis jedhamu 26ffaa irratti hirmaannaa dubartootaa maal akka fakkaatu maddi oduu Rooyters waan gabaasee fi Feesbuukiin maxxansawwan Itoophiyaa laalatan “ qajeelfama haasaha jibbiinsaa cabsan,” jedhe waltajjii isaa irraa haquu beeksisuu irratti xiyyeeffanna.