Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattonni Harka Caalaan Yukreen Keessaa Ba'aniiru Jennee Yaadna: Embaasii Itiyoophiyaa


Gamoo Yunversiitii Biyyoolessaa Kharikiiv, Yukireen, Bitootessa 2, 2022.

Lammiwwan Itiyoophiyaa fi warra hidda dhalata Itiyoophiyaa qaban kanneen Yukreen keessa jiraataa turan yeroo ammaa haala akkamii irra jiru?

Biyya Jarman, Poolaand, Yukreen, Ripaabliika Cheek fi Sloovaakiti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa kan ta’an Aaddee Muluu Solomoon deebii Raadiyoo Sagalee Amerikaaf kennan qabu. Caqasaa.

Barattonni Harka Caalaan Yukreen Keessaa Ba'aniiru Jennee Yaadna: Embaasii Itiyoophiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:24 0:00

XS
SM
MD
LG