Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaa fi Hidhattoonni Benishaangul Gumuz Waliigaltee Araaraa Tolfachuu Dubbatan  


Mootummaa fi Hidhattoonni Benishaangul Gumuz Waliigaltee Araaraa Tolfachuu Dubbatan  
Mootummaa fi Hidhattoonni Benishaangul Gumuz Waliigaltee Araaraa Tolfachuu Dubbatan  

Mootummaan Naannoo Benishaangul Gumuzii fi aanga'oonni Sosochii Diimookiraatawaa Uummata Gumuz yokaan GUHDEN, gidduu isaaniitti araarri bu'uu fi nagaa buusuuf kan waliin hojjetan tahuu beeksisanii jiru.

Araarichi Sanbata dabre Magaalaa Kaamaashiitti kan tolfame tahuu kan dubbatan, hoogganaan waajira Komimiyunikeehsinii Naannoo Benishaangul Gumuz, hojiin araara buusuun nagaa deebisuu godina Kaamaashiittis itti fufa jechuun Sagalee Ameerikaatti himan.

Dura-taa'aan GUHDEN Obbo Giraanyi Guddataa araara buusuun nagaa naannoo sanatti deebisuudhaaf murteessaadha jechuun dubbatan.
Caqasaa.

Mootummaa fi Hidhattoonni Benishaangul Gumuz Waliigaltee Araaraa Tolfachuu Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:57 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG