Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walitti Bu'iinsi Kaaba Itoophiyaa Barattoota Miliyoona Lama Barumsa irraa Danqe Jedhame


FAAYILII - Daa'imaa fi maatii qehee irraa buqahanii mana barumsaa Hiywot Faanaa jedhamu keessa yeroof qubsiifaman, dasee, Hagayya 23, 2021.
FAAYILII - Daa'imaa fi maatii qehee irraa buqahanii mana barumsaa Hiywot Faanaa jedhamu keessa yeroof qubsiifaman, dasee, Hagayya 23, 2021.

Rakkinni walitti bu’iinsaa Kaaba Itiyoophiyaa keessatti dhalatee barattoota miiliyoonii Lama ol ta’an mannoottan baruumsaa irraa hanqisuu isaa bulchiinisii mootummaa naannoo Amaaraa ibseera.

Dubbii himaan bulchiinsaa naannoo Amaaraa Oboo Gizaacheewu Muluneeh har’a ibsaa kennaniin akka beeksisanitti,yeroo ammaa kan mana baruumsaatti deebi’uu danda’an barattoota 850 qofa.

IttI dabaluudhaans walwaraansaa nannicha keessatii taasifameen manneen barnootaa kuma 4 ta’an umnoottan TPLFn midhamuu isaanii ibsaniiru.

Ministeerri barnootaa Itiyoophiyaa gabaasa tibbana baaseen naannowan Tigraay, Amaaraa fi Affaar keessatii mannoottan barnootaa kuma Torba ta’an sababa walwaraansaatiin miidhamuu isaanii ibsuu isaa Asteer Misgaanaawu Baahirdaar irraa gabaasteetti.

XS
SM
MD
LG