Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dubbii Ijoon Kora Waldaa Qorannoo Oromoo Kan Bara Kanaa  Dhimma Hiree Murteeffannaa ti: Prezidaantii OSA Dr. Eebbisaa Raggaasaa


Dubbii Ijoon Kora Waldaa Qorannoo Oromoo Kan Bara Kanaa  Dhimma Hiree Murteeffannaa ti: Prezidaantii OSA Dr. Eebbisaa Raggaasaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:12 0:00

Dubbii Ijoon Kora Waldaa Qorannoo Oromoo Kan Bara Kanaa  Dhimma Hiree Murteeffannaa ti: Prezidaantii OSA Dr. Eebbisaa Raggaasaa

Waldaan Qorannoo Oromoo, Yaa’ii Waggaa 36ffaa Adoolessa 30-31, 2022, Yuunivarsiitii District of Columbia jedhamu kan as Waashingitan D.C.tti gaggeessa. Pirezidaantiin OSA baranaa Dr. Eebbisaa Raggaasaa akka jedhanitti, mata dureen konfiraansii baranaa 'Qormaataa fi Carraa Hiree murteeffannaa Oromoo fi Saboota biroo Itiyoophiyaa' waan ta'eef, hayyoonni Oromoo fi Oromoo hin taanee fi namoonni siyaasaa kutaalee addunyaa garagaraa irraa hirmaatan yaada kana irratti ni mari'atu, qabiyyee yaadaa kanaa fi siyaasaa isaa akkasumas dhiibbaa hawaasummaa inni qabaatu irratti mari’achuuf jiru.

Mata dureewwan biroo kan akka imaammata Ameerikaan Ityoophiyaarratti qabdu illee ijoo marii keessaa tokko. Hayyoota kora kana irratti hirmaatan keessaa Obbo Baqqalaa Garbaa, Dr. Tseggaayea Araarsaa fi Inistiitiyuutii Nagaa Ameerikaa (USIP) Susan Stigant keessatti kan argaman ta’uu Dr. Eebbisaan nuuf ibsaniiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG