Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manna Barnootaa Modeleummaa Afaan Oromoo ka Jalqabaa ti: Shamarree Hawwii Habtaamuu

Manna Barnootaa Modeleummaa Afaan Oromoo ka Jalqabaa ti: Shamarree Hawwii Habtaamuu
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:08 0:00

Manna Barnootaa Modeleummaa Afaan Oromoo ka Jalqabaa ti: Shamarree Hawwii Habtaamuu

Shamarree Hawwii Habtaamuu jedhamti. Mana barnootaa Moodelummaa kan Afaan Oromoo jalqabaa kan Hawi “modeling Academy” jedhamu banuu dhaan yeroo ammaa barattoota 40 ol leenjisaa jiraachuu dubbatti. Akka Oromootti hojii moodelii ta’uutti carraan jiru hagas hedduu ta’uu baatus, cimanii hojjennaan itti milkaa’uun akka danda’amu dubbatti.

Jalqabbiin isaa gaarii dha kan jettu Hawwiin hawaasi cina ishee yoo dhaabbate hojii guddataa adeemu, kara moodelii qofa utuu hin taane aartii Oromoof ni gumaacha jette. Muuxannoo ishee akka nuuf hirtee jirti Hawwiin

Forum

XS
SM
MD
LG