Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mirgi Paartilen Mormituu Daangessamuu Hin Qabu, Jedha Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Ibsa Baaseen   


Asxaa Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa
Asxaa Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa

Komiishinni mirga namaa kan Itiyooophiyaa, paartileen mormituu wal ga’ii isaanii akka hin geggeessine daangessuu irratti yaaddoo qabau kan ibse yoo ta’u, gocha kana Boordiin Filannoo Biyyoolessaa kanaan dura ibsa gaazexeessitootaaf kenneen balaaleffateera.

Dhorkaa fi daangeffamni mootummaa dhaan ykn qaamota birootiin paartileen siyaasaa walgahii isaanii ykn walga'ii biroo akka hin gaggeessine gochuun, seeraa fi mirga walitti qabamuu, gurmaa'uu, fi hirmaachuu cabsuu dha,'' jechuun komiishinichi ibsa har'a baaseen beeksiseera.

Komiishinni mirga namaa Itiyoophiyaa fi boordiin filannoo biyyoolessaa qaama ol aanaa kana itti gaafatamaa taasisuu dhaan Dhaabbataa dhaan dirreeffamuu qaba jedhanii jiran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG