Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Somaalee Itiyoophiyaa Keessatti Balaa Lolaa Bishaaniin Namonni 44 Lubbu Dhabuu fi Hedduun Qehee Ofiirraa Buqqa’uun Himame


Faayilii - Ganda Sariir, Naannoo Somalee, Amajjii 13, 2020.
Faayilii - Ganda Sariir, Naannoo Somalee, Amajjii 13, 2020.

Naannoo Somaalee Itiyoophiyaa keessatti Roba cimaa roobeen balaa lolaa uumameen lubbuun namoota 44 yommuu darbe kanneen 30,000 ol ta’animmoo qe’ee isaaniirraa buqqa’aniiru.

Naannoo Bulchiinsa Mootummaa Somaaleetti Itti gaafatamaa Biiroo sodaa balaa fi ittisuu kan ta’an Obbo Beshir.

Arab Sagalee Ameekaatti akka himanitti sababa balaa lolaa uumamee kanaan lubbuun bineeldota 19,000 darbeera. Godina Fafanitti aanaa Harawa gandoota Saddeet irra balaan kun kan ga’e yommuu ta’u namoota 46,900 qe’ee isaaniirraa buqqa’aniiru. Lafi Heektaarri 24,400 Godinaalee Afur keessatti mancaatiin irraan ga’eera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG