Xurree ittiin seenan

Breaking News

Iyyata Keenya Kan Dhaggeeffatu Dhabamaa Jira: Baqattoota

Iyyata Keenya Kan Dhaggeeffatu Dhabamaa Jira: Baqattoota
please wait

No media source currently available

0:00 0:12:57 0:00

Waggaa wagaan Waxabajjii 20 "Guyyaa Baqattootaa" jedhamuun sadarkaa addunyaatti yaadatamee oola.Nutis Baqattoota Oromoo biyyaoota itti dheessanii jiran torba irraa maal keessa akka jiran gaafannee jirra.Kan isaan jedhan caqasaa.

Forum

XS
SM
MD
LG