Xurree ittiin seenan

Breaking News

Babal’achuun Dhibee Busaa Haala Qilleensaa El-Niinoo Jedhamutti Akka Hidhata Qabu, Ogessi Qorannoo Fayyaa Tokko Himan

Babal’achuun Dhibee Busaa Haala Qilleensaa El-Niinoo Jedhamutti Akka Hidhata Qabu, Ogessi Qorannoo Fayyaa Tokko Himan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:59 0:00

B

Itiyoophiyaa keessatti dhukkubnii Busaa hammaataa adeemuun gabaafamaa jira. Sababaalee kanaaf gummachan ilaalchisee ogeessa waa'ee Dhukkuuba Busaa qoratan Dr Addunyaa Wayyeessaa Dhaabata Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa irraa, Jaallanneen haasoofsiiftee jirti.

Forum

XS
SM
MD
LG