WAASHINGITAN, DIISII —
Abuunichi Kaatolika Roomaa Popi Fraansis, "uummata naannoo Tigiraay warren rakkina namoomaa chimaa keessa jiraniif waliin haa kadhanu," jedhaniiru.
Poop Firaansis yaadaa tooraa tiwiteraa isaanii irrati kennaniin, isaan mataan isaanii akka raakina tigiraay keessa jiruuf dhiheenya qaban himanii, akka jeeqommsii dhaabbatu, gargaarsii nyaataatiif fayyaa akka hundaaf mijatu, akkasumaas walti dhufeenyee hawaasumaa akka deebi’ee ijaaramu waliin haa kadhanuu jechuudhan ergaa dabarsaniiru.