Xurree ittiin seenan

Breaking News

Adda-addummaa Siyaasaa Ameerikaa Dirree Filannoo Irratti


Kaadhimamaa paartii Ripublikaanii, Donaald Traampii fi kaadhimamtuu paartii Dimookiraatii, Hilarii Kilinton
Kaadhimamaa paartii Ripublikaanii, Donaald Traampii fi kaadhimamtuu paartii Dimookiraatii, Hilarii Kilinton

Kibxata boorii, uummatni Ameerikaa yaadaan addaan qoqqoodamee jiru Prezidaantii haaraa filachuuf, gara waaltaale filannoott yaa’ee sagalee kennuuf qophiitti jira. Kaadhimamaa paartii Ripublikaanii – Donaald Traampii fi kaadhimamtuu paartii Dimookiraatii – Hilarii Kilinton keessaa tokko injifachuun adda addummaa siyaasaa waggoota kurnaniif Yunaayitid Isteets keessa ture akka jijjiiruu hin dandeenye dubbatu – hayyoonni

Kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

XS
SM
MD
LG