Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qarooma Teknooloojii Ammayyaan Barataan Beekame Maal Jedha?


Barataa Saamuu’eel Margaa
Barataa Saamuu’eel Margaa

Barataa Saamuu’eel Margaa Nagaraa jedhama. Umriin isaa kudha saddeet. Magaalaa Finfinnee keessa ka jiru mana barumsaa dhunfaa Afaan Ingliffaa fi Afaan Faransaayiin barsiisu “Pristijiyas Akkaadaamii “jedhamu keessatti barataa kutaa kudha lamaa ti. Barnoota isaa isa rammaddiin qabxii olaanaa fiduun badhaasoota adda addaa argataa jira.

Roobootii Saamuu’eel Margaa Hojjate
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:06 0:00

Gama kaaniin immoo Roobootii fi hojii Teknooloojii ammayyaa adda addaa hojjachuun biyya keessaa fi biyya alaatti dorgomuun milkaa’ee jira. Yunaaytid Isteetes keessatti dorgommii Naasaan Qopheesse irratti dorgomuuf qophiitti jira.

Hojii isaa kanaaf waan barbaachisu dhiyeessuun kan isa gargaaran maatii isaa ta’uu kan dubbatu Saamuu’eel Fifinnee irratti projeektii dhimma kana irratti hojjatu banuuf yaada isaa barreessee qopheeffachuu isaa ibsee jira. Garuu Isponsaraa fi gargaarsi akka isa barbaachisu dubbata.

Gabaasa guutuu kana cuqaaasuun dhaggeefadhaa

Qarooma Teknooloojii Ammayyaan Barataan Beekame Maal Jedha?
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:24 0:00

Qarooma Teknooloojii Ammayyaan Barataan Beekame Maal Jedha?
Qarooma Teknooloojii Ammayyaan Barataan Beekame Maal Jedha?

XS
SM
MD
LG