Xurree ittiin seenan

Breaking News

Benishaangul Gumuz fi Gaambeellaatti Weera Koovid 19 Ittisuuf Akka Hojjetamaa Jiru Himame 


Faayilii - Namoota maaskii godhatanii baabura seenuf jiran, finfinnee, Bara 2020

Naannolee Benishaangul Gumuziifi Gaambeellaatti, weerara Kooviid-19 ittisuuf jecha hojii hubannoo kennuu fi to’annoo hojjataa jirra jechuun beeksisan, Biiroleen Fayyaa Naannolee kunneen.

Kooviid-19’n qabamanii, amma garuu fayyuu isaanii jiraataan magaalaa Asoosaa dubbatan tokko, “namootan beeku sababaa Kooviid-19 du’aan of biraa dhabeera” erga jedhanii booda, “hawaasni haguuggii afaaniifi funyaanii godhachuun, Kooviid-19 babal’achaa jirurraa of eeggachuu qaba” jechuun ergaa dabarsan.

Benishaangul Gumuz fi Gaambeellaatti Weera Koovid 19 Ittisuuf Akka Hojjetamaa Jiru Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:00 0:00


XS
SM
MD
LG