Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biiroon Fayyaa Oromiyaa Waaltaalee Koobaa Kaa'insaa Toorba Qopheessine, Jedha

Faayili  -Qophii magaalli Amboo vaayrasii koronaa ittisuuf godhaa jirtu
Faayili -Qophii magaalli Amboo vaayrasii koronaa ittisuuf godhaa jirtu

Biroon Fayyaa Oromiyaa weerara Vaayirasii Koronaa ittisuuf waaltaalee koobaa kaa'insaa toorba sadarakaa naannootti qopheessuun akka hojjetaa jiru dubbata.

Hordoffii dhibee Vaayirasii Koronaa ilaalchisee godinaalee quunnamtiin bilbilaa hin jirre dhaqqabuuf akka danqaan isa mudataa jirus beeksisee jira.

Biroo Fayya Oromiyaatti qindessaa Balaa Fayyaa Hawaasa kan ta'an Obbo Biraanuu Qinaaxxii waliin gaaffii fi debió gabaasaan keenya geggeesse caqasaa.

Biiroon Fayyaa Oromiyaa Waaltaa Koobaa Kaa'insa  Toorba Qopheessine, Jedha
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:59 0:00


This item is part of
XS
SM
MD
LG