Xurree ittiin seenan

​Bonbolattiin Ermaa Jedhaniin Yunaytid Isteets Godina Flooridaa Rukkutte


Flooriidaa fi godinoota nannoo san jiranitti dhufaatiin bonbolattii Ermaa dhagahamee balaa gahuu malu xinneessudhaa hojiin hojjatamaa turus bonbolattittiin gara ogeessonni meetroolojii eegan dhiiste gara in eeggamnetti bubbiste. Kaleessa ganamaa qabdee amma halkan walakkaatti naaniicha raasaa turte. Darbuu ishii duras balaa geechisteen godina Flooridaa keessatti lubbuun namoota sadi’ii badeera.

Obboo Lalisaa Hiikaa naannoo Flooridaa oggaa kudha-lamaaf jiraatan. Itti aanaa itti gaafatamaa hawaasa Oromoo Flooridaa an waliigalaati. Haawaasni Oromoo nannoo san jiraatuu balaa gahe jala baheera jedhan.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG