Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daawwaa Hoxxeessaa: Dorgommii Tapha Kubbaa Miillaa Afrikaarratti Dargaggoo Galchii Tokko Itiyoophiyaaf Argamsiise 


Daawwaa Hoxxeessaa dorgommii Waancaa Afrikaa irratti, Amajjii 13, 2022

Dawwaa Hoxxeessaa taphataa toora duraa kan garee kubbaa miillaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa ti. Tapha Waancaa Afriikaa baranaarratti galchii tokko biyyaaf kan argamsiise, Daawwaan, “tapha kanarratti muuxannoo kubbaa miilaa biyyaan alaa qabaachuu dhabuun keenya qabxii gaarii argachuu nu hanqise” jedha.

Amma garee kubbaa miilaa bulchiinsa Magaalaa Adaamaaf taphata. Waa’ee jireenya isaa fi jiruu kubbaa miilaa itti jiru ilaalchisee waan jedhe daran qaba. Caqasaa.

Daawwaa Hoxxeessaa: Dorgommii Tapha Kubbaa Miillaa Afrikaarratti Dargaggoo Galchii Tokko Itiyoophiyaaf Argamsiise
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:30 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG