Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daw’annaa Mummichi Ministeeraa Abiyyi Milkaa’iina Guddaan Xumurame: Ambaasaaddar Kaasaa T/ Birhaan


Mummichi ministeera Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad fi jilli isaaniin hogganame daw’annaa Amerikaa kutaalee adda addaa keessatti torban sadii dura gaggeessan fi hariiroon hawaasa lammiwwan Itiyoophiyaa akkasumas hidda dhalata Itiyoophiyaa qaban waliin tolfame milkaa’iina guddaa argamsisuu isaa dubbtan.

Amerikaatti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa kan ta’an Kaasaa Takla Birhaan waajiira raadiyoo sagalee Amerikaatti argamuun akka ibsanti lammiwwan Itiyoophiyaas ta’e kanneen hiddi dhalata isaanii Itiyoophiyaa irraa ta’e biyya isaanii gargaaruuf kaka’uumsa guddaa akka qaban ibsan.

Waashingitoon, Losaangalas fi Minisootaa keessatti uummanni biyyaa kuma dhibba tokko caalaan hirmaachuu ibsan.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Daw’annaa Mummichi Ministeeraa Abiyyi Milkaa’iina Guddaan Xumurame: Ambaasaaddar Kaasaa T/ Birhaan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:27 0:00

XS
SM
MD
LG