Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Feltman Angawoota Waliin Dubbatan Ammaaf Quba Hin Qabu: Ministrii Dhimma Alaa Itiyoophiyaa


Dubbi himaan ministrii dhimma alaa Itiyoopiyaa ambaasaaddr Diinaa Muftii (Suuraa faayilii)
Dubbi himaan ministrii dhimma alaa Itiyoopiyaa ambaasaaddr Diinaa Muftii (Suuraa faayilii)

Dubbi himaan ministrii dhimma alaa Itiyoopiyaa ambaasaaddr Diinaa Muftii gaanfa Afriikaatti jila addaa Yunaayitid Isteetis ambasadder Jefrii Feltman angawoota Itiyoophiyaa waliin dhimma isaan irratti mari’achuuf jiran hanga ammaa quba kan hin qabaanne ta’uu gaazixeessota biyya keessaaf alaaf ibsanii jiran.

Ministriin dhimma alaa Yunaayitid Isteetis akka jedhetti imalli jila addaa kun kan karoorfame haala kaaba Itiyoophiyaa fi dhimma araaraa TPLF waliin jiru irratti mari’achuuf jecha. Gama biraan Human rights watch dhalattoota Tigraay kanneen Saud Arabiyaa dhaa deebi’an irratti hidhaa fi yakkaawwan ka biroo raawwatame jedhan ambaasaadder Diinaan fudhatama dhabsiisanii jiran jedha Meleskachoo Ammahaa Finfinneerraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG