Bulchiinsi magaalaa Dirre Dhawaa paarkii magaalattii keessatti argamu tokko, Artistii angafaa fi beekamaa Alii Birraatti moggaasee jira. Sirna Kamisa gaafa Adoolessa 21, 2022 Dirre Dhawaatti geggeessame irratti Alii Birraas argamee jira. Daawwadhaa