Xurree ittiin seenan

Breaking News

Eboolaan Koongoo Keessatti Argamuun Mirkanaa’e


Eboolaan Koongoo Keessatti Argamuun Mirkanaa’e
Eboolaan Koongoo Keessatti Argamuun Mirkanaa’e

Republikii demokraatawaa Koongoo keessatti namni tokko viresiin EBOLA dhiiga isaa keessatti argamuutu gabaasame.

Dubbi himaan jarmayaa fayyaa addunyaa akka jedhanitti erga qorannaan laaboraatorii mirkaneessee booda Ebola-n konyaa Bas-Uele keessatti argamuu beeksisan.

Dubbi himaa kan ta’an Christian Lindmeier VOAf akka ibsanitti naannoo sana keessaa namoonni sagal kan dhukkubsatan ena ta’u namoonni sadii du’uu isaanii beeksianiiru.

WHOn ergaa Twitter maxxanseen akka beeksisetti dhibeen kun akka hin facaane ittisuuf ministrii eegumsa fayyaa Congo waliin hojjetaa jira.

XS
SM
MD
LG