Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ergamtoonni U.S aanga’ootaa Itiyoophiyaan wal hin argine


FAAYILII - Ministeeraa dhimma alaa Itiyoophiyaa Ambaasadar Diinaa Mufti
FAAYILII - Ministeeraa dhimma alaa Itiyoophiyaa Ambaasadar Diinaa Mufti

Garaa Itiyoophiyaatti Imalanii kan jiran qondaaltonii Yunaayitid isteets gargaartuun ministeraa dhimmaa alaa Mooli Fii fi jilli addaa gaanfa Afrikaa Deeviid Saaterfiild hoggantootaa mootummaatin akka wal hin arginee dubbii himaan ministeeraa dhimma alaa Itiyoophiyaa Ambaasadar Diinaa Mufti ibsaa tuutaa miidiyaatiif kennan irratti himaniiru.

VOAn haalaa qondaaltotaa kana barudhaaf karaa embaasii yunaayitis Isteets Finfinee jiruun yaalii gochaa jiraachuu isaa kan ibsee gabbasii Mallaskaachoo Ammahaa, Itiyoophiyaan yaa’ii gamtaa Afrikaa marsaa 35f qophii gochaa jiraachuu ishee ambaasadar Diinaan dubbachii isaanii ibseera.

Amma gabaasinni kun qophaa’etti qondaaltonii U.S haanga’ootaa mootummaa Itiyoophiyaa waliin marii taasisuun isaanii ifa hinj taane.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG