Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fageenya Eeggachuu Dhabuun Tamsa’ina COVID 19 Babal’ise: MFI


Walitti dhufeenya hawaasummaa keenya daangessuu dhabuun weerara Vaayirasii Koronaa babali'isaa jira jechuun Ministiriin Fayyaa Itiyoophiyaa ibsa baasee jira. Namoonni vaayirasii kanaan qabamanii irraa dandamatanis fageenya ofii eegachuu dhiisuun namoota vaayirasii kanaan qabamuuf saaxila jedhu

Osoo mana isaatii hin bahiin kan Covid 19n qabame artistiin tokko namoota vaayirasii kana irraa dandamatan keessaa kan VOAf yaada isaa kenne yoo tahu akkamitti akka qabames ibsee jira.

Fageenya Eeggachuu Dhabuun Tamsa’ina COVID 19 Babal’ise: MFI
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:45 0:00


XS
SM
MD
LG