Roobii, Onkoloolessa 7, galgala 9PM (akka sa'aatii Diisiitti)
Filannoo Ameerikaa 2020: Wal-falmii itti aanaa/aantuu pirezdaatummaa
Wal-falmii kaadhimamtuu itti aantuu pirezdaantummaa Dimookiraatotaa Kamalaa Hariis fi Ripublikaanicha itti aanaa pirezdaantii Maayik Peensi edduutti geggeeffamu kallattiin daawwadhaa.
Oduu
Tamsaasa sagalee
-
Sadaasaa 05, 2020Bahiin Filannoo Turuun Mormii Kaasise
-
Hagayya 19, 2020Konveenshinii, Finalloo Yunaaytid Isteets Keessatti