FINFINNEE —
Filannoo biyyaalessaa Itiyoophiyaa marsaa 6ffaa har’a deemsisame irratti magaalaalee paartiilee wal-dorgoman hedduu hirmaachisan keessaa tokko Finfinnee dha.
Kutaalee magaalattii adda addaa keessatti jiraattonni yaa’anii sagalee kennanii jiran.
Tsahaay Daamxoo buufataalee filannoo adda addaa daawwachuun gabaasaa ergite caqasaa.
Yaadawwan Ilaali (3)
Yaada dabalataa fe'adhu