Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haala Adeemsa Filannoo, Magaalaa Adaamatti


Wiirtuu Filannoo, Adaamaa, Waxabajjii 21, 2021

Har’a haala adeemsa filannoo magaalaa Adaamaa oduu-gaabaasaan VOA Galmoo Daawit keessa deemee ilaaleera.

Ganamaa kaasuun namootni filannoof galmaayan buufataalee filannootti akka sagalee kennaa turan himee, buufataalee filannoo takka takka keessatti garuu taajjabdoonni paartilee siyaasaa akka hin argamiin hafan qindeessitootni itti himuu isaanii dubbata.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Haala Adeemsa Filannoo, Magaalaa Adaamatti
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:32 0:00


XS
SM
MD
LG