Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bayiin Godiinoota Filannon itti xumuramee Hilaarii Kiliintani fi Doonaal Trampii ammaaf qabxii walfakkaataa irra jiraachuu agarsiisa


Buufata Filannoo, Neevada, Sadaasa 8, 2016.
Buufata Filannoo, Neevada, Sadaasa 8, 2016.

Hilaarii Kiliintani fi Doonaald Trampii qabxii wal-fakkaataa irra jiran ammaf: Hilaariin 75, Doonaal 76 argatanii jiru. Kaadhimamaa 270 argateetuu mo’a.

Hiilariin Godinoota Illinoos, Roodaaylaand, Deelweerii, Masachuuseet, Neew Jarsii, fi magala guddittii Yunaaytid Istetis Diisii moote.

Tramp immoo Saawiz Kaalooraayinaa, Mizzurii, Alabaamaa fi Tennisii moo’era. Bayii mooudhaa barbaachisuu 270. Doonaald Traampi 76, Hiilaariin 75 gahaniiru. Godiinootaa falmisiisoo ta’an han akka Flooridaa, Pensilveeniyaa fi Noorz Kaaloraaynaa amma ammatii bayiin filannoo hin beekamne.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG