Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti Gaafatamaa Fixiinsa Daarfuur Keessaa Nama Jadhamee Irratti Ragaan Dhiyaatee Ilaalmuu Jalqabee jira


Sudaan keessatti ajajaan miliishoota hidhatanii kaN ture Ali Muhammad AliI Al Raahman kan maqaa Alii Kushayb jedhamuun beekamuu irratti raga dhiyaate manni murtii yakka qoratuu kan dhaggeeffachuu jalqabee jira.

Namnii kun garee miliishaa hamaa kutaa sudaan kan taatee Daarfuur keessatti gocha gara jabinaa gaggeeffamee hogganaa ture jedhamee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Itti Gaafatamaa Fixiinsa Daarfuur Keessaa Nama Jadhamee Irratti Ragaan Dhiyaatee Ilaalmuu Jalqabee jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:11 0:00


XS
SM
MD
LG