Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obboleeyyan Wallagga Bahaa Keessatti Xayyara Hojjetan


Obboleeyyan Wallagga Bahaa Keessatti Xayyara Hojjetan

Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Sibuu Siree keessatti, Obbolootni lamaan xayyaara hojjetanii dhiheenya kana balalsiifuuf yaalii gochuu isaanii dubbatan. Obboloonni lameen Biqilaa fi Lalisaa Daani’eel Galataa jedhaman Xiyyaaricha hojjtan maqaa “Oromiyaa” jedhu itti moggaasne, jedhan.

Yunivarsiitiin Wallaggaa obboloota lameeniif Kompiyuutara Laappitooppii kennuudhaan ka jajjabeesse yoo tahu, hojii isaanii uummata biratti simannaa guddaa argachuuf, hojii kalaqaa itti aanuuf kan isaan onnachiise tahuu dubbatu – Biqilaa fi Lalisaan.

Obboleeyyan Wallagga Bahaa Keessatti Xayyara Hojjetan
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:13 0:00


Yaadawwan Ilaali (43)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG