Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oolmaa Mana-murtii Obbo Jawaar Mohaammad fi Himatamtoota Galmee Isaaniirra Jiranii  


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Obbo Jawaar Mohammed fi himatamtoonni biroon galmee isaanii irratti tarreeffaman har’a Mana-murtii Ol’aanaa Federaalaa, Ramaddii Lidataa, Dhaddacha tokkoffaa dhimma farra-shororkeessaa fi dhimmoota heera-mootummaa ilaalutti dhihaatanii jiran.

Dhaddachi mana-murtichaa har’a taa’uun isaa, Mana-murtii Waliigalaatti, dhaddachi ol-iyyannaa ilaalu falmiin akka irratti geggeessamu murtii dabarse ilaalchisee murtii kennuuf akka tahe dubbatan, abukaatoon himatamtootaa. Gabaasaa guutuu caqasaa

Oolmaa Mana-murtii Obbo Jawaar Mohaammad fi Himatamtoota Galmee Isaaniirra Jiranii
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:17 0:00


XS
SM
MD
LG