Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaaffii fi Deebii Obboo Daawud Ibsaa Waliin


Hayyu-Duree ABO, Obboo Daawud Ibsaa
Hayyu-Duree ABO, Obboo Daawud Ibsaa

Oromiyaa gama Lixaatti kanneen argaman godinaalee akka Wallagga Lixaa, Wallaga Bahaa fi Qeellam Wallaga keessatti gidduu kana hiriirawwan mormii geggeessamanii fi sochii mootumaan Waraana ABO humnaan hiikachiisuuf godhe, jedhan balaaleffatan ilaalchisee, hayyu-dureen ABO Obbo Daawud Ibsaa, ibsa VOAf kennaniin “akka mootummmaa wajjiin waliigalletti otuu hojjetaa jirru, mootummaan humna waraanaa guddaa Oromiyaa gama Lixaatti bobbaasuu tu mormii kana kaase,” jedhanii turan.

Muktaar Jamaal tu haasofsiise. Guutummaa gaaffii fi deebii kanaa caqasaa.

Gaaffii fi Deebii Obboo Daawud Ibsaa Wajjin
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:58 0:00

XS
SM
MD
LG