Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazzexeessoota FBC: Seeraa Ala Jijjirramuu Keenya Morminaan Nu Ari’an


Faayilii - Istuudiyoo Raadiyoo
Faayilii - Istuudiyoo Raadiyoo

Gazzexeessonni Faanaa Broodkaastiingii Koorporeetii (FBC) kutaa Afaan Oromootii hojjatan sadii, "jijjiraa seera qabeessa hin taanee hin fudhannu waan jenneef hojii irraa ari'amne" jechuudhan himatan.

Gaazzexeessituu Tsahaay Daamxoo, gaazzexeessaa Muktaar Jamaal fi gaazzexeessaa Taddasaa Tarrafaa FBC, wajjira muummee Finfinneetti argamu hojjachaa turan. Dhiheenya kana xalaayaan jijjirraa isaan hin mariisisne itti gaafatamtoota dhaabichaa olaanoo irraa isaan gahuu fi jijjirichi qixxee hojii irraa ari’u akka ta’e himatan.

Obboo Biraanuu Hurrisaa Faanaa Broodkaastiingi Koorporeetitti daayreektarii kutaa Afaan Oromooti. Dhimma gaazzexeesotoota sadeenii laalchisee dubbisneerra.

Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadha

XS
SM
MD
LG