Xurree ittiin seenan

Breaking News

Galmeen Mirga Dhala Namaa Kan Biyyootaa Ilaallamaa Jira


(suuraa faayilii)

Biyyoota galmeen isaanii ilaalamaa jiru kun 14 keessaa Yunaaytid Isteetes tokko. Kan qoratuu immoo Kaawunsilii mirga dhala namaa kan Tokkummaa mootummotaa keessatti qaama hundeeffame(UPR) ta'uun ibsamee jira.

Torban lamaaf kan turuu xiinxalli kun Wiixata har'a Jenevaa keeessatti kan jalqabamee yoo ta'u sababaa weerara vaayrasii Koronaan kan ka'e hirmaattonni hangii tokko fageenya irraa kaan immoo qaamaan kan irratti argaman ta'uun ibsamee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Galmeen Mirga Dhala Namaa Kan Biyyootaa Ilaallamaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:36 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

XS
SM
MD
LG