Xurree ittiin seenan

Breaking News

Komiishinera Komiishinii Poolisii Oromiyaa: Gamtaan barattootaa mirga barataa eegissisee dirqama isaa akka baru gochuu keessatti qooda ol aanaa qaba


Loogoo koomishinii poolisii Oromiyaa
Loogoo koomishinii poolisii Oromiyaa

Dhaggeeffattooa keenyaa qophii keenya kaleessaa irrtti gamtaan barattootaa Univarsitii maqaaf dhaabate malee mirga barattootaa kabachiisuuf humna hin qabu jechuun kan hoogganaan gamtichaa duraanii daragaggoo Abdurzaaq Kadir nuuf ibse dhiyeessuun keenya ni yaadatama.

Himannaa kanaaf deebii argachuuf gara itti aanaa komiishinera komiishinii poolisii Oromiyaa Addunyaa Dabalaatti bilbillee deebii nuuf kennanii jiru. Gamtaan barattootaa mirgaa barataa eegissisee dirqama isaa akka baru gochuu keessatti qooda ol aanaa qaba jechuun himannaa sana haalan. Tujubetu haasofsiise.

Komiishinera Komiishinii Poolisii Oromiyaa: Gamtaan barattootaa mirga barataa eegissisee dirqama isaa akka baru gochuu keessatti qooda ol aanaa qaba
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:51 0:00

XS
SM
MD
LG