Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gamtaan MEDREK Gochaalee Tibbana Finfinnee fi Naannoo Ishiitti Geggeessame Balaaleffate


Gamtaan paartiilee mormitootaa – Medrek, gochaalee ajjeechaa fi qehee irraa buqqisuu, gidduu kana, Finfinnee fi naannawa isheetti uummata nagaa irratti geggeessame balaaleffatee jira.

Mootummaan, yakkaamtoota gochaa kana keessaa harka qaban akka hatattamaan seeratti dhihessus gaafatee jira.
Medrek, ibsa bar’a barreeffamaan baaseen akka ibsetti, gurmuun eenyummaan isaa adda hin baafamiiniin, lakkoobsi namoota akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Fulbaana 3 irraa jalqabee haga Fulbaana 7tti ajjeesamanii soddomii shanii ol tahuu dubbata, jechuun Melleskaachew Ammahaa gabaasee jria.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG