Geejjibni Motoraa balaan inni dhaqabsiisu hammataa ta'us baanee galuuf carran geejjiba konkkolaata jiraachuu dhabuun dirqama nutti ta'ee jira jedhu jiraattoni Gammojji Godina Baalee.
Abbaan Taaytaa Geejibaa fi Poolisiin Tiraafikaa gama isaatiin addmsi warra Geejjibba Motoraa hundi seeraan ala ta'us hojiin seeratti deebisuu yaalama jira jedha.
Muktaar Jamaal Gabaasa Viidiyoo kana qopheesse jira