Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaa Kafaltii Mindaa Qixaa, Bitootessa 15


Guyyaa Kafaltii Mindaa Qixaa, Bitootessa 15
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:09 0:00

Guyyaa Kafaltii Mindaa Qixaa, Bitootessa 15

Bitootessa 15 darbe guyyaa kafaltii mindaa qixa ta’eetu yaadatamee oole. Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis illee guyyaa kana yaadatanii jiru. Guyyaan kun dubartoonni dhiira qixxee akka kaffalamuuf hagam akka hojjetan mul’isa.

Waaltaalee kan akka industrii nyaataa fi saayinsii dabalatee, dubartoonni lammiiwwan Ameerikaa mindaa isaan argatn kan dhiiraatiin gadi. Giddu galeessaan dubartiin lammii Ameerikaa doolaara tokko dhiirri argatutti kan isaan argatan saantima 83 qofa.

Adda addummaan kun innumaa dubartoota gurraachotaa, dubartoota lammiiwwan Ameerikaa ganamaa, warren laatiinoo fi sabxiqqaalee warra Asiaa biratti daran bal’aa dha.

XS
SM
MD
LG