Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhamtoota Siyaasaa Hiikuun Marii Biyyaalessaa Mootummaan Akka Geggeessamu Beeksiseef Maal Gumaacha? 


Ogeessoota seeraa lama hiikamuun namoota siyaasaa fi marii biyyaalessaa mootummaan geggeessuf beeksise irratti yaada nuuf kennan. (Suuraa faayilii)

Muddee 29, bara 2014 Akka Lakkoofsa Itiyoophiyaatti Mootummaan Itiyoophiyaa hooggantootaa fi miseensota dhaabbilee siyaasaa shakkamanii to’annoo seeraa jala turan himannaa isaanii addaan kutuun manneen hidhaa keessaa gad lakkisuun isaa ni yaadatama.

Himannaan namoota shakkamanii to’annoo seeraa jala turanii kanneeni addaan kutuun ka barbaachise marii biyyaaleessaa hunda galeessa ta’e aggeessuuf akka biyyattii qophii jalqabameef yaadameeti jechuun, Mootummaan ibsa kenne.

Hiikamuun namoota siyaasaa kun gama seeraan akkamitti ilaalama? Marii biyyaaleessaa taasifamuuf deemuuf hoo furmaata akkamii fidee dhufa?

kan jedhurratti gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu ogeessoota seeraa lama dubbisuun waan qindeesse qabna. Hordofaa.

Hidhamtoota Siyaasaa Hiikuun Marii Biyyaalessaa Mootummaan Akka Geggeessamu Beeksiseef Maal Gumaacha?
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:44 0:00


Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG