Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganoonni ABO fi Kanneen Waliin Hidhaa Jiran Biroon Beellama Mana-murtiitti Hin Dhiheeffamiin Hafan  


Miseensota Koree Hoji raawwachiistuu , ka Giddu galeessaa fi Hooggansa sadarkaan jiru kan ABO saddeet dabalatee namoonni 24 galmee tokkoon waamaman Hagayyaa 26 bara 2012tti akka mana murtiitti dhiyaatan beellamameyyuu osoo hin dhiheffamiin hafan. Gama biraatin, hooggansi Partii Diimookiratawaa Itoophiyanoota - Obbo lidatuu Ayyaalaw galmeen isaanii cufamee akka gadi lakkifaman ajajni darbus hanga yoona poolisiin akka gadi hin lakkisiin tu ibsame.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Hoogganoonni ABO fi Kanneen Waliin Hidhaa Jiran Biroon Beellama Mana-murtiitti Hin Dhiheeffamiin Hafan
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:50 0:00


Yaadawwan Ilaali (8)

XS
SM
MD
LG