Xurree ittiin seenan

Breaking News

Korri Paartiilee Amerikaa Lameen Gaggeessan Attam Ture?


Ripaablikaanonni kora paartichaa torban dabree gaggeessaniin Donaald Traamp prezidaatummaa Yunaaytid Isteetes kan marsaa lammataaf akka dorgomaniif dhiyeessan.

Demookraatonnis sana dura kora isaaniin Joo Baaydin dhiyeeffatanii jiru.

Weerarrii vaayrasii Koronaa korri kun fageenya irraa gama marsariitii ykn online akka gaggeeffamu dirqisiisee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Korri Paartiilee Amerikaa Lameen Gaggeessan Attam Ture?
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:08 0:00


XS
SM
MD
LG